Телеграм

OROMIA TEACHERS COMMUNITY

@oroteachers1 Группы по интересам
РКН: проверяем Не иноагент
This group is open for teachers only!

Статистика обновлена 15.11.2026 в 03:29 · 1 просмотр страницы · Хотите больше просмотров?

Подписчики16 290
Охват поста3 654 22% от подписчиков
ERR за месяц22,43%
ERR за 24 часа23,43%

Динамика за 30 дней

Рекламные публикации

Рекламных публикаций не найденоЗа последнее время мы не нашли на площадке ни одного рекламного поста.

Последние публикации

Все посты канала →
OROMIA TEACHERS COMMUNITY tg16 тыс. подписчиков
Открыть пост ↗
BBOn Qajeelfama Ramaddii Hojjattoota Mootummaa Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa Hojjattootaaf Ibse.
-----------------
BBO - Onkololeessa 13/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojjattoota biirichaa haala gurmaa'insa haaraan ramaduuf qajeelfama ramaddii haaraa bahe Lakk. 34/2019 mariisisuun hubachiiseera.

Waltajjicha haasaan kan bana hogganaa I/A  BBOfi I/G #Damee_Hoggansa_Misooma_Qabeenya_Namaa  obbo Galatoo Tukee yoo ta'an, hojii misooma barnootaa haala gurmaa'insa haaraan walsimsiisuuf, tajaajila saffisaafi qulqulluu fayyadamtoota biraan gahuufi ergama mootummaan biiroof kenne qixa barbaadameen galmaa'an gahuuf ramaddiin kan gaggeeffamu ta'uu, ramaddiin kunis sadarkaa barnootaafi muuxannoo irratti kan hundaa'e ta'uu ibsuun hojjattootni gulantaalee jiran irratti akkuma barnootaafi muuxannoo isaaniitti iyyachuun kan dorgoman ta'uu dubbataniiru.

Itti aansuun Sanadaa Qajeelfama Ramaddii Hojjettoota Mootummaa Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Baase  Lakk. 34/2019  irratti  kan dhiheessan obbo Huseen Qaasim Daayirektara Qormaataafi Iyyaafannoofi Miseensa Koree Ramaddii yoo ta'an, qajeelfama haala ifaafi salphaatti hubachuun danda'amuun hojjattootaaf dhiheessaniiru.

Dhumarratti, qajeelfama dhihaate irratti yaadota ifa hin taane irratti gaaffiifi ibsa dabalataa gaafachuun kan gaggeeffame yoo ta'u  gaaffileefi yaadota hojjattootarraa ka'aniif waltajjiirraa ibsi kennameera.
👁 3.8 тыс. ❤ 20 💬 8 ↻ 1 23 октября
OROMIA TEACHERS COMMUNITY tg16 тыс. подписчиков
Открыть пост ↗
Qajeelfama Raawwii Fo'annoo fi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa Bu'uura Boruu (Sartafikeetii (12+1) fi Sadarkaa Tokkoffaa (Diploomaa (12+2)Lakk 1/2019


Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a.
     👇👇👇👇👇👇

      ✅️ @OroAcademic
👁 4 тыс. ❤ 9🥰 3 ↻ 7 21 октября
OROMIA TEACHERS COMMUNITY tg16 тыс. подписчиков
Открыть пост ↗
Qajeelfama Ramaddii Hojjattoota Mootummaa Lakk 34-2019

Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a.
     👇👇👇👇👇👇

      ✅️ @OroAcademic
👁 3.6 тыс. ❤ 4 ↻ 10 21 октября